#afaanoromoo — Public Fediverse posts
Live and recent posts from across the Fediverse tagged #afaanoromoo, aggregated by home.social.
-
https://archive.org/details/waraansa-lafee
Waraansa Lafee: Kuusaa Asoosamoota Gaggabaaboo by Beekan Gulummaa Irranaa; Assaggid Xilaahun Tafarraa; Baqqalaa Lataa Warquu; Fedhasaa Taaddasaa Guutaa; Gammachuu Wiirtuu Dhugumaa; Sisaay Rattaa Dhaabii
Topics
#AfaanOromoo, #Oromoo, #kitaaba, #asoosamagaggabaaboo, #asoosama"Yaadannoon: Dargaggoota Oromoo ol adeemoo addunyaaf jijjiirama gudaa fiduu utuu danda'anii karaatti cabaniifi haalli jireenyaa akka waraansa lafee kan itti taateef nuuf haata'u!"
-
https://archive.org/details/oromoo-coed
Galmee Afaan Oromoo fi Afaan Ingilizii Barsiisuu = Comprehensive Oromo-English Dictionary (COED) by Xilaahun Gamtaa; Tilahun Gamta
Topics
#dictionary, #dictionaries, #bilingualdictionary, #bilingualdictionaries, #translationdictionary, #translationdictionaries, #phrasebook, #phrasebooks, #Oromoo, #AfaanOromoo, #diikshinerii, #afaaningiliish, #Oromo, #dikshinarii, #galmee, #afaaningilizii"Jechooti (words) Afaan Oromo galmee (dikshinarii) kana keessa jiranu hundinu, Afaan Ingliziitti hiikamaniiru. Dhuguma, hiikaan tokko tokko buubsaa miti ta'a. Ha ta'uu malee, jechooti garri caalaan sirriitti hiikamaniiru."
-
https://archive.org/details/rirriittaa
Rirriittaa (Seenaa Iccita Jireenya Maa'ikelaawwiifi Qaallittii) by Hawwii Gonfaa Dabalaa; Hawi Gonfa Debella
Topics
#AfaanOromoo, #Oromoo, #kitaaba, #roorroo"Qomoon kiyya ktaabakoo 'HIREE GALGALA' jedhu harkaa qabdanitti waa'eekoo ibsuun barbaachisaa miti. 'RIRRIITTAA' kitaabni jedhu kunis dhalakoo lammaffaadha. Miixannaa roorroo keessaa maddite. Muuxannoon dararama ani waggaa sadiifi abbaan manaakoo waggaa saddeet mana adabaa keessatti dabaraa jirrutu akka kitaabni kun abuuramtu taasiseera. Bilisa taanee dhalannee bilisa taanee jiraachuu dadhabnus, bilisummaa keenyaaf qabsa'aa du'uu irraa humni nu dhorku hin jiru; hin juraatus; kanaafuu 'HIREEN GALGALAA fi RIRRIITTA'n qomoo kiyyaaf seenaa taatee naaf haajirattuu!!"
-
https://archive.org/details/gumdhaala
Gumdhaala by Dajanee Gaddisaa Alamuu
Topics
#AfaanOromoo, #Oromoo, #kitaaba"Kitaabni kun amma ana harkaa baateerti. Kana booda keessani. Keessatti anaa fi isin ilaalaa!!!"
-
https://archive.org/details/afaan-oromoo-1
Afaan Oromoo: Qubee Irraa Hanga Dubbisaatti 1. Sadarkaa 1ffaa by Garee CDECM
Topics
#AfaanOromoo, #Oromoo, #Qubee, #barreessuu, #dubbisuuFinfinnee : Wiirtuu Guddisa Hojii Kalaqaa fi Barumsaa, Yuunvarsiitii Qiddisti Maariyaamii
-
https://archive.org/details/english-oromo
Oromo-English/English-Oromo Dictionary & Phrasebook by Aquilina Mawadza; Amanuel Alemayehu Ayanso
Topics
#dictionary, #dictionaries, #bilingualdictionary, #bilingualdictionaries, #translationdictionary, #translationdictionaries, #phrasebook, #phrasebooks, #Oromoo, #AfaanOromoo, #Oromia, #Oromiyaa, #diikshinerii, #afaaningiliish"Oromo is spoken as a first language by more than 25 million Oromo and neighboring peoples in Ethiopia and Kenya. Oromo is the fourth most widely spoken language in Africa. Also known as Afaan Oromo, Oromiffa(a), and sometimes in other languages by variant spellings of these names (Oromic, Afan Oromo), Oromo is an Afro-Asiatic language.
This unique, two-part resource provides travelers to Ethiopia with the tools they need for daily interaction. The bilingual dictionary has a concise vocabulary for everyday use, and the phrasebook allows instant communication on a variety of topics. Ideal for businesspeople, travelers, students, and aid workers, this guide includes:
4,000 dictionary entries, with phonetics that are intuitive for English speakers
Essential phrases on topics such as transportation, dining out, and business
Concise grammar and pronunciation sections."